Jira Learning
Digital
3 views

About this product

Ani Amaariffa ji’a afur keessattin baradhe. Kitaabni kun turtii ani Amaariffa bare keessatti Axareeraa kooti. Afaanicha baruuf dubbisuu fi yaaluutu narra jira. Namni dubbisu tokko immoo ‘Short note’ qopheefata. Kitaabota garaa garaan dubbise. Kitaabni kun ‘Short note’ kooti. Niifayyada jedhee kanin yaaden akka kanaan tartiiba qabsiise barreesse. Kallattii kanaan namni dubbisu kamuu yeroo gabaaba keessatti afaanicha ni barata. አማርኛ የተማርኩት በአራት ወር ውስጥ ነው። አማርኛ የተማርኩት ቆይታ ይህ መጽሐፍ የእኔ ‘Shorte Note’ ነው። ማንበብ እና ቋንቋውን ለመማር መሞከር አለብኝ። አንባቢ ‘አጭር ማስታወሻ’ ያዘጋጃል። የተለያዩ መጽሐፍትን አነባለሁ። ይህ መጽሐፍ የእኔ 'አጭር ማስታወሻ' ነው። በዚህ ቅደም ተከተል ይጠቅማል ብዬ ያሰብኩትን ጻፍኩ። በዚህ አቅጣጫ የሚያነብ ሰው በአጭር ጊዜ ውስጥ ቋንቋውን ይማራል። I learned Amharic in four months. This book is my ‘Axareera’ in the stay I learned Amharic. I have to read and try to learn the language. A reader prepares a ‘Short note’. I read a variety of books. This book is my ‘Short note’. I wrote what I thought would be useful in this order. Anyone who reads in this direction will learn the language in a short time.