
Digital
3 views
About this product
Ani Amaariffa ji’a afur keessattin baradhe. Kitaabni kun turtii ani
Amaariffa bare keessatti Axareeraa kooti. Afaanicha baruuf dubbisuu
fi yaaluutu narra jira. Namni dubbisu tokko immoo ‘Short note’
qopheefata. Kitaabota garaa garaan dubbise. Kitaabni kun ‘Short note’
kooti. Niifayyada jedhee kanin yaaden akka kanaan tartiiba qabsiise
barreesse. Kallattii kanaan namni dubbisu kamuu yeroo gabaaba
keessatti afaanicha ni barata.
አማርኛ የተማርኩት በአራት ወር ውስጥ ነው። አማርኛ የተማርኩት ቆይታ
ይህ መጽሐፍ የእኔ ‘Shorte Note’ ነው። ማንበብ እና ቋንቋውን ለመማር
መሞከር አለብኝ። አንባቢ ‘አጭር ማስታወሻ’ ያዘጋጃል። የተለያዩ
መጽሐፍትን አነባለሁ። ይህ መጽሐፍ የእኔ 'አጭር ማስታወሻ' ነው። በዚህ
ቅደም ተከተል ይጠቅማል ብዬ ያሰብኩትን ጻፍኩ። በዚህ አቅጣጫ የሚያነብ
ሰው በአጭር ጊዜ ውስጥ ቋንቋውን ይማራል።
I learned Amharic in four months. This book is my ‘Axareera’ in the
stay I learned Amharic. I have to read and try to learn the language. A
reader prepares a ‘Short note’. I read a variety of books. This book is
my ‘Short note’. I wrote what I thought would be useful in this order.
Anyone who reads in this direction will learn the language in a short
time.
Ye-Shay help
Quick answers, instantly
Hi! ☕ Welcome to Ye-Shay. Which language would you like to continue in?